Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Galaatiyaa 4:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Haata'uu ammoo, haga guyyaa gaafa haganaa abbaan qabeetitti harka worra isaa guddisuu fi worra isa bulchu jala jiraata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

2 Garuu yeroon abbaan isaa isaaf murteesseef haga gayutti, harka guddifttootaa fi soorttotaa jala jira.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Haga guyyaa gaafa haaganaa abbaan qabeetitti harka worra isa guddisuu fi worra isa bulchu jala jiraata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Galaatiyaa 4:2
7 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Na keessa yoo jiraattan dubbii yoo isin keessa jiraate waan barbaaddan maraa kadhadha'aa isinii ta'a.


Isin Kiristoosiin irraan haga guddiftoota kuma hedduullee yoo qabaattan, abboota heddu qabdan. Ani Kiristoos Yesuusiin irraan Oduu Nagayaa kanaan isin uumadheera.


Akkanatti amanta'aan akka qajeelaa taanuuf seerri guddiftuu gara Kiristoosii nu fidu ta'eera.


Haata'uu ammoo, ani akkana jedha. Ilmi qabeenna abbaa ufii dhaalu tokko, qabeenna abbaa ufii maraa irratti abbaa yoo ta'e, haga ijoollumma'aan jiru garbichaan garaagarummaa hin qabu.


Akkasuma nullee Ayyaanaan uduu hin guddatiniin duratti, seera biyya lafaatiif garboota turre.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ