Gara Worra Galaatiyaa 2:13 - WAADAA LAMMATAA13 Yihuudonni hafan eega Barnaabaasuu fakkeessaa isaaniitiin duubatti harkifame, isa woliin uf tuultoota ta'an. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa13 Kristaanonni gara worra Yihudotaatii ta'an tokko tokko'llee, sareeganummaa Phexirosii ni horddofan, Baarnaabaas'llee uduu hin hafin sareeganummaa isaaniitiin hawatamee ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu13 Worri Yihuudota hin taane kuuwwanillee uf tuuluu isaatiin wol ta'an. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |