Gara Worra Galaatiyaa 2:11 - WAADAA LAMMATAA11 Haata'uu ammoo Keefaan gara Antsokiya'aa hennaa dhufe, waan dogoggora isaatiif ani addaataa isa morme. Wonti inni hojjate waan isatti murteessuuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa11 Phexiros gara Anxokiya'aa yeroo dhufetti ifatti dogoggoree waan tureef, isuma duranatti ni mormmeen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu11 Haa ta'uu ammo Keefaan gara Anxookiya'aa hennaa dhufe, wonti inni hojjate waan isatti murteessuf dogoggora isaatiif ani addaataa isa morme. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Haata'uu ammoo, akka dhugaa Oduu Nagayaatitti akka isaan qajeellumma'aan hin deemne hennaa arge, maraa afo'otti Keefa'aan, «Ati nama Yihuudi'ii taatee, akka nama Yihuudii hin taaneetitti eega jiraatte, attamiin worra Yihuudii hin taane akka Yihuudotaatitti akka jiraataniif isaan giddisiiftaa? jedheen.»