Gara Worra Galaatiyaa 2:1 - WAADAA LAMMATAA1 Ana Phaawuloosii fi obboleewwan na woliin jiran maraa irraa, worra Woldaa Kiristaanaa Galaatiya'aatiif, Rabbii Abbaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin worra du'an keessaa kaaseen malee, namootaan yookaan naman hin ergamne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Woggaa kudha afuriin duubatti Baarnaabaasiin woliin gara Yerusaalemii deebi'ee ni deeme, Tiitoosiin'llee ana woliin qabadheenii deemee ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Woggaa kudha afuriin maayessa deebi'ee gara Yerusaalemii baye; hennaa kana Baarnaabaasiin woliin ture; Tiitoollee qabadhee dhaqee ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Worra gadooman keessaa ka na woliin hidhame, Arisixirookos ilmi obboleessa Barnaabaasii Maarqos ka Iyosxosi jedhamuu fi Iyyaasuun nagaya isiniin jedhaniiran. «Maarqosi gara keessan yoo dhufe simadha'aanii» ajaja jedhu fudhattaniirtu. Worri jeennata Rabbii keessatti na woliin hojjatan kanniin calla'a; isaanillee na jajjabeessaniiran.