Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Galaatiyaa 1:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Dursinee akkuma dubbanne akkasuma ammallee irra deebi'ee dubbadha; ka fudhattan irra waan adda ta'e eennullee yoo isinitti hime, inni ka abaarame haata'u!

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

9 Asiin durana akkuma jedhe amma'llee irra deebi'ee ni jedha, wongeela isin fudhattaniin adda ka ta'e wongeela bira'aa eennu'llee yoo isiniif lallabe, ka abaarame haa ta'u!

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Akkuma dursinee dubbanne akkasuma ammallee irra deebi'ee dubbadha; ka fudhattan irraa waan adda ta'e eennullee yoo isinitti hime, inni ka abaarame haa ta'u!

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Galaatiyaa 1:9
13 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Guyyaa hagoo haga tureen maayessa, achii ka'ee biyya Galaatiya'aatii fi Firgiyaa keessa deema'aa darasoota maraa jajjabeesse.


Haata'uu ammoo Obboleewwan tiyya! worra barumsa isin barattan mormanii fi gar gar baayiinsa uumanii, namootatti gufuu ta'an, addaan baaftanii akka laaltaniif irraallee akka fagaattan isin kadhadha.


Waan worra fooniin gosa kiyya ta'anii, waan obbolewwan tiyyaatiif, Kiristoosiin irraa fooyamee ani ka abaarame akka ta'u Rabbiin kadhata'aa ture.


Eeganaa hennaa kana yaadee karoorfadhu, akka waan salpha'aatitti karoorfadhee? yookaan nama yaada lamaa isaanitti fakkaadhaa? Yookiin akka aadaa namoota adunyaa kanaatiin «Ee» yookiin «Wa'a» jedha'aa waan godhe seetanii?


Obboleeyyan tiyya! Waan hafeen, Goofta'aan gammadaa'a waan tokko deebisee isinii barreessuun na hin dhibu. Isiniif ammoo nagaya.


Hennaa maraa Goofta'aan gammadaa'a. Ammallee deebi'ee jedhaa gammadaa'a!


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ