Gara Worra Galaatiyaa 1:4 - WAADAA LAMMATAA4 Akka fedha Rabbii abbaa keennaatitti bara hamaa kana keessa nu fayyisu'uuf jedhee, Kiristoos waan cubbuu keennaatiif dabarsee uf kenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Bara hamaa kana jalaa akka nu baasuuf Waaqa keennaa fi fedhii Abbaa keennaatiin, Kristos waayee cubbuu keennaatiif mataa isaa ni kenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Akka fedha Rabbii abbaa keennaatitti bara hamaa kana keessaa nu oolchu'uuf jedhee, Kiristoos waan cubbuu keennaatiif dabarsee uf kenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |