Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Efesoonii 4:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Haata'uu ammoo akka kennaa Kiristoosiitiin nu maraafuu badhaani kenname.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

7 Garuu Kristos haguma kennu'uuf murtteesseetiin, tokkoo tokkoo keennaaf kennaan isaa ka bilisaa nuuf kennamee jira.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

7 Haa ta'uu ammo akka kennaa Kiristoosiitiin nu maraafuu badhaani kenname.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Efesoonii 4:7
13 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Akkasuma isin martinuu haga amantaa Rabbi isinii kenneetiin akka yaaddaniif malee, haga yaaduu barbaachisuu olitti uf jaju'uun waan keessaniif hin yaadinaa'a jedhee, badhaadha naa kennameen isinitti dubbadha.


Akka tooyataa amanama'aa kennaa Rabbii ka adda addaa hujii irra oolchuu tokkootitti isin maruu kennaa Rabbiin irraa argattan kanaan wol-tajaajilaa'a.


Isin dhugamaan waan hujii Ayyaana Rabbii ka isiniif natti kenname san dhageettaniirtan.


Durummaa Kiristoosii ka haga hin qabne, worra Yihuudii hin taanetti lallabneef Rabbiin maraa uume dhossaa seera barootaa keessatti dhokate maraafuu maal akka ta'e akka ibsuuf badhaadhummaan kun ana ka woyyoota maraayuu gad ta'ee kenname.


Inni akkuma dandeettii isaaniititti tokkoof saantibii worqi'ii kuma shan, kaaniif kuma lama, kaaniillee kuma tokko kennee gara biyya fago'oo deeme.


Namni Rabbi erge dubbii Rabbii dubbata; Rabbi Ayyaana ufii bikkee waan hin kennineef


Nu isa woliin hojjata'aa, badhaadhummaa Rabbii akkanumaan akka hin fudhanne akkasuma hin kadhanna.


Rabbiinuu akka fedha ufiititti malkataa fi waan maalale'eetiin ajaa'iba adda addaatiin Ayyaana Woyyuu akka fedhii isaatitti kennameen waan kana rageef.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ