Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Efesoonii 4:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Ka waa maraa ol ta'e, ka maraa keessatti hojjatu, ka maraa keessa jiraatu, Gooftaan abbaa namoota maraa ta'e, Waaqa tokkochatu jira.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

6 Dabalee'llee maraa ol ka ta'e, maraanuu ka hojjatu, mara bira ka jiraatu, abbaa maraa ka ta'e Waaqinni tokko ni jira.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

6 Ka waa maraa ol ta'e, ka maraa keessatti hojjatu, ka maraa keessa jiraatu, Gooftaan abbaa namoota maraa ta'e Waaqa tokkochatu jira.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Efesoonii 4:6
31 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Maruu isarraa, isaan, isaaf waan ta'eef, bara baraan isaaf ulfinni haata'u! Amiin!


Nuuf wonti martinuu isa irraa nuu ta'e, nullee ka isaa ka taane Waaqa kaddaamamaa Aabbaa tokkicha qabna. Wonti maruu karaa isaatiin ta'e, nullee worri ka isaa taane Gooftaa tokkicha Yesuus Kiristoosiin qabna.


Yesuusillee, amma gara Abbaa kiyyaa waan ol hin baaneef, «Na hin tuqinii! deemiitii, gara obbolleewwan kiyyaa dhaqiitii, ‹Ani gara Abbaa kiyyaa fi keessanii gara Rabbii kiyyaa fi keessanii ol baya'aara› jedhiitii isaanitti himi!» isi'iin jedhe.


Ka ajaja isaa eegu maruu, isaan jiraata. Innillee isaan keessa jiraata, akkaataa kanaan akka nu keessa jiru Ayyaana isaa ka inni nuu kenneen beenna.


«Kanaaf, hennaa faateeffattan: Abbaa keenna ka samii jirtu, Maqaan kee haa woyyoomu;


Manni Rabbii woyyuun, waaqa tolfamaa woliin firooma maal qaba? «Nu mana woyyuu Rabbii jiraata'aa waan taaneef, akkasuma Rabbi akkana jedhee dubbate; Ani isaan keessa jiraadha, isaan wodhakkaa deddeebi'a; Waaqallee isaanii ta'a. isaanillee banii kiyya ta'an»


Akkaataan hujii isaallee adda adda, Rabbiin maraa godhu ammoo tokko.


Nageenni Rabbii ka Gooftaa Yesuus Kiristoosii jaalallinii fi amantaan obboleeyyaniif haa ta'u.


Kiristoosillee amanta'aan garaa keessan keessa akka jiraatu, akka durummaa Ayyaana isaatitti isinii haa keennu.


Isinillee akkasuma Rabbiif hulee jireennaa ta'u'uuf Ayyaanaan isa woliin ijaaramtan.


Jaalalli na jaalatteen isaan keessa akka ta'u, anillee isaanitti maqaa kee beessiseera, ammallee hin beessisa» jedhe.


Yesuusillee deebisee akkana jedheen, «Ka na jaalatu yoo jiraate dubbii kiyya eega, Abbaan kiyyallee hin jaalataan gara isaallee hin dhufna, isa bira jiraanna.


Hamaa jalaa nu baasi ataabe'etti nu hin galchin, [jeennanni, hunni, ulfinnillee baruma baraan tanteeti Amiin!]


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ