Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Efesoonii 2:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Eennullee akka uf hin janye kun huji'iinii miti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

9 Naminni kum'llee akka hin dhaadanne, kennaan bilisaa ka fayyinnaa ka argame huji'iinii miti,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Eennullee akka uf hin janye kun huji'iinii miti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Efesoonii 2:9
9 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yoo badhaadhaan ta'e ammoo huji'iin ta'uun isaa hafeera; yookaan ammoo badhaadhinni badhaadha ta'uun isaa hafeera.


Kunillee hujii seeraa hojjachu'uun, ka foon uffate maruu isa afo'otti waan qajeelaa hin taaneef cubbuunillee seeraan waan beekkamuuf.


Abrahaam huji'iin uduu qajeelaa ta'ee, waan ittiin dhaadatu qaba. Haata'uu ammoo Rabbiin biraa miti.


ijoolleen isaa uduu hin dhalatin mishummaa yookiin waan hamaa uduu hin hojjatin ka waame irraa malee, huji'iinii miti; yaanni Rabbii ka filanno'oon ta'u akka jabaatu.


Eegasuu araarri worra jaalateefii miti; yookiin ka fiigeefii miti. Rabbii araara namaa kennu irraa malee.


Ka nu fayyisee fi ka waamsa woyyu'uun nu waame Rabbiin waan ta'eef, kunillee akka yaada isaatiif haga badhaadha isaatiin malee, akka hujii keennaatiinii miti. Badhaani kun bara hedduun dura Yesuus Kiristoosiin irraan nuu kenname.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ