Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Tiito'oo 3:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Worri Rabbiin amanan hujii misha'aan uf eegganna'aan akka jabaatan, kanniin cimstee akka dubbattu si hoffolcha. Kun misha'aa fi waan namoota fayyadu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

8 Kun jecha amaname. Waaqatti namoonni amanan hujii misha'aaf akka hisatan, kana maraa ciminnaan akka hubachiifttu ni barbaada, wonitti kun'llee misha'aa fi tokkoo tokkoo namaatiifuu fayyada'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

8 Worri Rabbiin amanan hujii misha'aan uf eegganna'aan akka jabaatan, kanniin cimsitee akka dubbattu barbaada. Kun misha'aa fi waan namoota fayyadu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Tiito'oo 3:8
26 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Innillee isaaniin, ‹Maasaa woyinii kiyyaa dhaqa'aatii hojjadhaa'a! Waan isin barbaachisu ani isinii kennaa.› isaaniin jedhe. Isaanillee achi dhaqan.


Yesuusillee laagaa ol qabatee akkana jedhe, «Ka anatti amanu kana ergetti amane malee anattii miti.


Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka dubbii kiyya dhagayu, ka na ergettillee ka amanu jireenna bara baraa qaba; du'aa gara jireennaatitti ceeyeera; gara murtii du'aa hin dhufu.


Isaan ammoo, «Hin maraatteerta!» isi'iin jedhan. Isiin ammoo ittuma deebitee, «Lakkaa isumaa» jette. Isaan ammoo «Maleekka'a» jedhan.


Haata'uu ammoo nama hin hojjanneefi nama cubbamaa qajeelchutti amanu, amantaan isaa akka nama qajeela'aatitti isaa laakkayama.


Haata'uu ammoo ani amanee dubbadhe jedhamee akkuma barreeffame, Ayyaana amanta'aa sanuma waan qabnuuf; nullee akkasuma hin amanna. Kanaaf dubbanna.


Ka hate ammaa achi hin hatin; haata'uu ammoo bikka ka qara hatee, worra jalaa hanqateef waan kennuuf akka argatu harkuma ufiitiin waan mishaa hojjatu'uuf haa dadhabuu.


«Cubbamtoota fayyisu'uuf Yesuus Kiristoos gara biyya lafaa dhufe» dubbiin jedhu amanama'aa fi ka martinuu fudhatuu barbaachisu. Cubbamtoota keessaa ijoon ana.


Eeganaa dhiirti hulee marattuu dheekkamsaa fi yaada hamaa malee, harka isaanii ka woyyoome ol kaasa'aa akka Rabbiin kadhatan barbaada.


Ijoollee guddisu'uun, keessummaa simachu'uun, luka woyyootaa dhiqu'uun, worra rakkattoota gargaaru'uun, hujii mishaa maraa hordofa'aa hujii mishaa akkanaa godhu'uun ta ragameef ta'uu barbaachisa.


Sababaa kanaan rakkinni narra gayeera. Haata'uu ammoo rakkinna narra gaye kanaan hin saalfadhu; ka amane waan beekuuf, yaboo itti kenne haga gaafa guyyaa sanii akka eeguu danda'u hubadheera.


Akkasuma barumsa jireenni keessatti argamuun gorsu'uu fi worra morman dogoggora isaanii itti hime deebisuu akka danda'uuf, akkuma barate dubbii amaname saniin haa jabaatuu.


Qorichi keenna hammeenna maraa jalaa akka nu furu waan misha'aa fi qajeelaa godhu'uuf banii isaaf ta'u ufiif qulqulleessu'uuf lubbuu ufii nuu kenneera.


Namni nu mormu waan keenna waan badaa dubbatu yoo dhabe, akka saalfatu woma maraanuu waan mishaa godha'aa fakkeenna isaanii ta'i.


Namoota bulchootaa fi worra baallii qaban jalatti bulu'uuf ajajaman hujii mishaa maraaf worra qophayan,


Worra gosa keenna keessattillee akkasuma jireenna bu'aa hin qabne akka hin jiraanne waan barbaachisu maraan hujii misha'aa fi uf kennuu haa baratanii.


Jaalalaa fi hujii misha'aaf haa dadammandhuu; wol haa tooyannuu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ