Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Tiito'oo 3:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Haata'uu ammoo Rabbi qorichi keenna, arjumma'aaf, nama jaalachu'uun, hennaa dhufe haga araara ufiitiin karaa dhiqata lammaffaa dhalatu'uutiif,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

4 Garuu qoricha keenna ka ta'e mishummaan Waaqa keennaatii fi jaalalli isaa ka itti guute gara laafnni isaa yeroo muldhatetti,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Haa ta'uu ammo Rabbi qorichi keenna, arjumma'aa fi nama jaalachu'uun hennaa dhufe haga araara ufiitiin karaa dhiqata lammeessoo dhalatu'uutiif,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Tiito'oo 3:4
12 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Garaan kiyyallee Waaqa fayyisaa kiyyatti hin gammada.


Moo arjumaan Rabbii gara aagii akka si masakku uduu hin beenne, arjumaa isaatii fi waa danda'uu durummaa obsa isaa tuffataa?


Akkuma ajaja Rabbiin qorichi keennaa fi abdiin keenna Yesuus Kiristoos ajajeen, ka ergamaa Rabbii ta'e ana Phaawuloosiin irraa:


Rabbi qorichi keenna namoonni maruu akka fayyaniif dhugaa maraa akka beekan jaalatu afo'otti wonti mishaanii fi ka nama gammachiisu kana.


Nu Waaqa jiraataa fayyisaa nama maraa ta'e; keessumatu ka worra amananiititti waan abdanuuf, hin dadhabna, hin arabamnalle'e.


Amma ammoo dhufuu fayyisa'aa fi qorsa keenna karaa Yesuus Kiristoosiitiin mudhateera.


Hennaa barri gaye akkuma qorichi keenna Rabbi ajajee yaboon naa kenname dubbii lallaba Oduu Nagayaa naa kennameen dubbii ufii ibse.


Uduu akkana ta'ee, uumama adunya'aatii jalqabee hennaa hedduu silaa rakkinni Kiristoosiin irra gaya; amma ammoo dhuma adunya'aa irratti uf ciincaa godhu'uun cubbuu diigu'uuf hennaa tokko mudhateera.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ