Gara Tiito'oo 3:3 - WAADAA LAMMATAA3 Nullee akkasuma duraan worra waa hin hubanne, ka hin ajajamne, worra dogoggoru, haawwi'ii fi gammachuu foonii ka adda addaatiif garbicha taanee, hammeennaa fi hinaaffa'aan worra jiraatu, worra wol-loluu fi worra wol jibbu turre. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 nu'llee asiin durana gowwoota, ka hin ajajaminne diddoota, karaa keenna ka dogoggore seera dabartoota, kajeellaa adda addaa ka fooniitiif gammachuu foonaya'aaf ka bitamnne, dabaa fi hinaaffa'aan ka jiraannu, ka jibbamnnee fi ufii keennaa'llee ka wol jibbinu turre. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Nullee akkasuma duraan worra waa hin hubanne, worra hin ajajamne, worra dogoggoru, haawwi'ii fi gammachuu foonii ka adda addaatiif garboota taanee, hammeennaa fi hinaaffa'aan worra jiraatu, worra wol loluu fi worra wol jibbu turre. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |