Gara Tiito'oo 2:9 - WAADAA LAMMATAA9 Garboonni waan barumsa qoricha kennaa Rabbiin waa maraanuu akka galateeffataniif bulchoota isaaniitifillee akka ajajaman woma maraanuu akka isaan gammachiisan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Tajaajilttoonni'llee bulchitoota isaaniitiif akka ajajaman, waan maraanuu akka isaan gammachiisan, jecha haamaa akka isaanii hin deebifnneef, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Garboonni waan barumsa qoricha keenna Rabbiin waa maraanuu akka galatoonfataniif, bulchoota isaaniitifillee akka ajajaman, woma maraanuu akka isaan gammachiisan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |