Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Tiito'oo 2:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Barumsa fayyinnaa kee keessatti amanama'aa fi nama kabajjamaa dubbii keetiinillee nama hin tuffatamne ta'i.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

8 haasaya kee fayyaalessaa hin ashaminneen isaaniif ibisi, bifa kanaan mormmitoonni waan nu irratti dubbatan hamaa yoo dhaban, ni saalifatan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

8 qaaqa qajeelaa mudaa hin qabne dubbadhu; kun worri nu mormanii badooma keenna dubbatuu barbaadan akka waan jedhan dhabanii saalfataniif.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Tiito'oo 2:8
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yesuusillee deebisee, «Ka mooti'ii mooti'iif, ka Rabbii Rabbiif kennaa'a!» jedhe; isaan isa baaseffatan.


Barsiisota Seera Muuse'ee keessaa tokko hennaa isaan wol morman dhagayee, Yesuus deebii mishaa akka deebiseef argee, gara isaa dhufee, «Ajaja maraa keessaa guddichi kam?» jedhee Yesuusiin gaafate.


Barsiisaan Seera Muuse'ee Yesuusiin, «Barsiisaa'a! ‹Rabbii tokkocha malee, Waandhi biraa hin jiru› jettee ka dubbatte dhuga'a.


Yesuus akka inni qarumma'aan deebise argee, «Ati jeennata Rabbii irraa fagoo hin jirtu» jedheen. Achiin maayessa namni tokkollee gaafii isa gaafachu'uuf hin uggine.


Hennaa inni waan kana dubbate waan morman maruu saalfatanii waan maalalee isaan jiddu'utti godhame maraaf baniin maruu hin gammade.


Dubbii keenna ka dhaamsa kanaan ergameef ka hin ajajamne eennullee yoo jiraate kana laala'aa akka saalfatu isa woliin wol hin ta'inaa'a.


Eegasuu durboonni qacaleen akka heeruman, ijoollee akka dayanii fi mana ufiillee akka bulchan, Worri nu mormu maqaa akka nu hin balleessine isaan kana gorsa.


Eennullee barumsa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii ta'een ala, ka barumsa addaa barsiisuuf dubbii nagaayaa, barumsa Rabbiin sodachu'uu kana ka hin fudhanne yoo jiraate, inni nama womaa hin beenne ka,


Worra gosa keenna keessattillee akkasuma jireenna bu'aa hin qabne akka hin jiraanne waan barbaachisu maraan hujii misha'aa fi uf kennuu haa baratanii.


Worra hujii keessan mishaa arga'aa akka waan hamaa hojjattaniititti maqaa isin balleessan, guyyaa Rabbi banii ufii laalu'uuf dhufu akka Rabbiin kabajjan worra isin hamatan jiddu'utti jireenni keessan mishaa haa ta'uu.


Waan mishaa huja'aa gowwoota waan faayidaa hin qabne hojjatan akka cadhisan taasisuun fedha Rabbii waan ta'eef.


Jireenna keessan mishaa isin Yesuus Kiristoosiin keessaan qabdan akka waan isin waan hamaa gootaniititti namoonni isin hamatan akka saalfatan, isin yaada mishaa qabaadhaa'a.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ