Gara Tiito'oo 2:7 - WAADAA LAMMATAA7 Namni nu mormu waan keenna waan badaa dubbatu yoo dhabe, akka saalfatu woma maraanuu waan mishaa godha'aa fakkeenna isaanii ta'i. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa7 Ati'llee waan mishaa ta'e raawwata'aa waan maraanuu fakkeenna isaaniif ta'i, dhugummaa barsiisa keetiitiin'llee, atoomessa ta'uu kee muldhisi, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Waanuma kamiinillee waan mishaa ta'e raawwachuun uf fakkeenna mishaa godhii isaaniif uf dhiyeessi; barumsa isaan barsiiftuunillee kasoomu'uun, sirnya; အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |