Gara Tiito'oo 2:5 - WAADAA LAMMATAA5 Worra mishaa, abbaa manaa ufiitii ajajaman akka ta'an isaan haa gorsanii. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa5 ufi eeggattootaa fi qulqullaawomota, mishaawwan abbootii worraa isaaniitiif'llee ka ajajaman akka ta'aniif, isaan haa barsiisan. Kana'llee ka raawwataniif dubbiin Waaqaa akka hin ashaminneef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 worra mishaa, abbaa manaa ufiitii ajajaman akka ta'an isaan haa gorsanii. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |