Gara Tiito'oo 2:3 - WAADAA LAMMATAA3 Akkasuma haawwotiin jaaran haalli jireenna isaanii tajaajila woyyu'uuf gayaa ta'uu barbaachisa, worra hin hamanne, worra dhuddoo daadhii woyyini'ii baayi'eetiin hin sobamnee fi worra waan mishaa barsiisu haa ta'anii. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Akkuma kanaan'llee umri'iin ufi durana dubarttoonni deeman, amala isaaniitiin worra ka kabajaman akka ta'aniif malee hamattootaa fi worra araada dhugaati'ii qaban akka hin taanee fi barsiisicha mishaa ta'e akka barsiisaniif, isaan gorssi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Akkasuma haawwotiin jaaran haalli jireenna isaanii tajaajila woyyu'uuf gayaa ta'uu barbaachisa; worra hin hamanne, worra dhuddoo daadhii woyini'ii baay'eetiin hin sobamnee fi worra waan mishaa barsiisu haa ta'anii. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |