Gara Tiito'oo 2:2 - WAADAA LAMMATAA2 Manguddoonni ka adaba qaban, ka kabajjaa qaban. Ka uf qaban, jaalalaa fi amanta'aan jabaatanii sirrii akka ta'an gorsi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 umri'iin ka ufi durana deeman worri dhiiraa ka hagatti jiraatan, ulfinna isaanii worra eegan, ufi eeggatoota, amanti'ii fi jaalalaan obissaan'llee fayyaaleyyii akka ta'aniif isaan gorssi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Manguddoonni ka adaba qaban, ka kabajjaa qaban, ka uf qaban, jaalalaa fi amanta'aan jabaatanii sirrii akka ta'an gorsi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |