Gara Tiito'oo 1:9 - WAADAA LAMMATAA9 Akkasuma barumsa jireenni keessatti argamuun gorsu'uu fi worra morman dogoggora isaanii itti hime deebisuu akka danda'uuf, akkuma barate dubbii amaname saniin haa jabaatuu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Barsiisa dhuga'aa barsiisu'uuf, gorssu'uu fi worra Mormmitoota ta'aniif deebii kennu'uuf akka danda'u, akkaataa barateen dubbii amansiisa'aan haa jabaatu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Akkasuma barumsa jireenni keessatti argamuun gorsu'uu fi worra morman dogoggora isaanii itti himee deebisuu akka danda'uuf, akkuma barate dubbii amaname saniin haa jabaatuu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |