Gara Tiito'oo 1:5 - WAADAA LAMMATAA5 Sababaa kanaaf waan hafe akka karaa qabsiiftu, qachoota maraa keessatti akkuma ani si ajaje woldaa Kiristaanaa keessattillee manguddoota akka muuddu Qarxeesitti si dhiise. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa5 Si'i Qarxeestti sababaan dhiiseef waan hin sirraayin akka sirreestuu fi akkaatama si ajajeetiin'llee jaarsotii woldaya amanti'ii, magaalota marattuu akka muuduuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Sababaa kanaaf waan hafe akka karaa qabsiiftu, qachoota maraa keessatti akkuma ani si ajaje woldaa Kiristaanaa keessattillee manguddoota akka muuddu Qarxeesitti si dhiise. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |