Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 8:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Hayyoonni gadootaa maruu, kenna'aa fi ciincaa dhiyeessu'uuf muudaman. Kanaafillee akkasuma waan dhiyeessu qabaachuun giddi'i.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Tokkoon tokkoon itti gaafatamaa qeesotaa ka muudamu kenna'aa fi kitimaa dhiyeessu'uuf, kanaaf'llee qeesichi kun ka dhiyeessu waan tokko qabaachuu barbaachisa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Hayyoonni gadootaa maruu kenna'aa fi ciincaa dhiyeessu'uuf muudaman. Kanaafillee akkasuma waan dhiyeessu qabaachuun giddi'i.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 8:3
14 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Nyaanni sami'ii bu'e jiraataan Ana. Namni buddeena kana irraa yoo nyaate, bara baraan jiraata. Anillee nyaanni jireenna adunya'aaf kennu foon kiyya» isaaniin jedhe.


Uduu nu dadhabdoota taaneerru, hennaa barri gaye Kiristoos cubbamtootaaf du'eera.


Haata'uu ammo uduma nu cubbamoota taaneerru Kiristoos waan keennaaf waan du'eeruuf; kun jaalala Rabbi nuuf qabu mudhisa.


Kiristoosiin woliin fannifameera; ammaa achi Kiristoositu na keessa jiraata malee, ani ufii hin jiraadhu. Jiruun ani amma fooniin jiraadhu ka na jaalateef ka uf dabarsee naa kenne amantaa Ilma Rabbii irraa qabuun.


Akkuma Kiristoos isin jaalate, kenna'aa fi ciincaa urgaayaa uf godhee Rabbiif uf kenne, isinillee jaalalaan jiraadhaa'a.


Qorichi keenna hammeenna maraa jalaa akka nu furu waan misha'aa fi qajeelaa godhu'uuf banii isaaf ta'u ufiif qulqulleessu'uuf lubbuu ufii nuu kenneera.


Kanaaf banii irraa cubbuu dhiqu'uuf waan Rabbi maraaf araara godhuuf, gadicha hayyicha amanamaa ta'u'uuf, obboleeyyan ufii fakkachuun isa barbaachise.


Kanaafuu obboleeyyan woyyoota, worri waamsa sami'ii irraa qoodamtoota taatan, gara ergamaa amantaa keennaatii fi gadicha hayyicha Yesuus Kiristoosii laalaa'a.


Gadichi guddichi maruu waan cubbu'uutiif ciinca'aaf kennaa dhiyeessu'uuf nama keessaa filamee waan Rabbii maraa irratti muudama.


Inni akka bulchoota gadootaa kaawwanii dura waan cubbuu ufiitiif, maayi waan cubbuu bani'iitiif guyya guyya'aan ciincaa dhiyeessuun isa hin barbaachisu. Hennaa uf kenne waan maraa hennaa tokkoon raawwateera.


Inni lafarra uduu jiraatee, akka seeraatitti gadoonni kennaa dhiyeessan waan jiraniif silaa gadicha hin ta'u.


Dhiinni Kiristoosii ka mudaa hin qabne ta'ee, Ayyaana bara baraatiin, ka Rabbiif uf dhiyeesse, attamitti waan kana caalaa Rabbii jiraataa akka kaddaaman, hujii du'aa irraa sammuu keessan hin qulqulleessine ree?


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ