Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 8:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Inni tajaajilaa mana woyyu'uutii fi tajaajilaa dukkaanaa dhuga'aa ti, isiinillee ta namaan uduu hin taane ta Goofta'aan ijaaramte.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

2 Inni ka tajaajilu dukkaana dhuga'aa ka taate Mana Waaqeffanna'aa titti, dukkaanni tun'llee ka dhaabatte harka namaatiin uduu hin ta'in Goofta'aan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Inni tajaajilaa mana woyyu'uutii fi tajaajilaa daasee dhuga'aati, isiin ta namaan uduu hin taane ta Goofta'aan ijaaramte.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 8:2
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Manni keenna ka ardii tanaa ka akka dukkaana'aatitti keessa jiraannu yoo diiggamellee mana harka namaatiin hin ijaaramne ka Rabbii sami'iitiin ijaarame akka qabnu waan beennuuf.


Dubbii abdi'ii ka abboota keenna ittiin jabeessu'uuf kenne, akkasuma «Kanaaf worra Yihuudi hin taane jiddu'utti si galateeffadha. Maqaa keetiifillee hin faarfadha» jedhamee akkuma barreeffame, worri Yihuudi hin taane waan araara isaatiif Rabbiin akka kabajjan, Kiristoos waan dhugaa Rabbiitiif tajaajilaa gadoomu'uu ta'e jedha.


Qachaa hundee qabdu ta Rabbi hojjate eeggata'aa waan tureef.


Hayyicha gadicha guddaa mana Rabbii irratti baallii qabu waan qabnuuf,


Namummaa foonii mulqatu'uun Kiristoosiin keessatti gadoomu'uun gadooma harkaatiin uduu hin taane isa keessa taatanii gadoomtaniirtan.


Innillee, «Hennaa ani isin woliin jiru, Seera Muuse'eetii fi raattotaa kitaaba faarfannaa keessatti wonti kiyya ka barreeffame maruu raawwatamuu barbaachisa jedhee ka isinitti hime sun isa kana» isaaniin jedhe.


Waadaan duraa ammoo seera kaddaamu'uu mana woyyuu adunyaa tanaa qabdi.


Hayyoonni gadootaa maruu guyya guyya'aan tajaajila ciincaa sirima cubbuu balleessuu hin dandeenne saniin hennaa maraa dhaabatee dhiyeessa.


Laagaan guddaan sami'ii kunoo dukkaanaan Rabbii namoota jidduu jira; «Isaan woliin bulla isaanillee banii isaa ta'an; Rabbillee inninuu isaan woliin ta'ee Waaqa isaanii ta'a.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ