Gara Ibirootaa 7:4 - WAADAA LAMMATAA4 Hangafni abbootaa, Abrahaam waan booji'e keessaa mishaa, kudhan keessaa tokko yoo kenne, namni kun attam akka guddaa ture mee laalaa'a! အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Naminni kun attam ol aanaa akka ta'e mee laalaa, Abrahaamiin abbaa gosaa ta'ee waan booju'uun argate irraa kudhan keessaa harka tokko baasee kennaa Mana Waaqaatiif ni kenneef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Hangafni abbootaa Abrahaam waan booji'e keessaa mishaa kudhan keessaa tokko yoo kenne, namni kun attam akka guddaa ture mee laalaa'a! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |