Gara Ibirootaa 7:3 - WAADAA LAMMATAA3 Abbaa fi haadha laakkoofsa hidda dhalootaallee hin qabu. Barrinii fi jireenni isaa jalqabaa fi dhuma hin qabu. Haata'uu ammoo akka Ilma Rabbii, baraa haga bara baraa gadaa ta'ee jiraata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Malkeeseedeqi kitaaba keessatti abbaa beekkamee fi haadha yookiin gaalee dhalootaa hin qabu, baraaf jalqaba, jireenna isaatiif'llee muummee hin qabu, Malkeeseedeqiin kun'llee akka fakkeenna Ilma Waaqaa ta'uu isaatiin, bara baraan qeesii ta'ee ni jiraata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Abbaa fi haadha, laakkobsa, hidda dhalootaallee hin qabu. Barrinii fi jireenni isaa jalqabaa fi dhuma hin qabu. Haa ta'uu ammo akka Ilma Rabbii baraa haga bara baraa gadicha ta'ee jiraata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |