Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 7:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Isaafillee akkasuma Abrahaam waa maraa keessaa kurnaffaa kenneef hiikkaan maqaa isaa ka duraa, «Mootii qajeellumma'aa ti», akkasuma ka lammaffa'aa ammoo, «Mootii Saaleemiiti» jechuun «Mootii nagayaa» jechu'u.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

2 Abrahaam'llee waan qabatee jiru mara irraayyuu, harka kudhan keessaa harka tokko baasee ni kenneef, Malkeeseedeqi hiikkaan maqaa isaa tokkoffaan, «Nugusa Qulqullumma'aa» ka bira'aa «Nugusa Saalemii» yookiin «Nugusa Nagayaa» jechu'u.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Isaafillee akkasuma Abrahaam waa maraa keessaa kurneessoo kenneef; hiikkaan maqaa isaa ka duraa, «Mootii qajeellumma'aati», akkasuma ka lammeesso'oo ammo, «Mootii Saaleemiiti» jechuun «Mootii nagayaa» jechu'u.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 7:2
26 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Wonti dubbatame sunillee, «Durbi duudaan hin ulfoofti; Ilmallee hin deetti; maqaan isaa, ‹Amaanu'eel› jedhamee waamama;» «Amaanu'eel» jechuun, «Rabbi nu woliin jira» jechu'u.


Innillee qajeelaa akka ta'u ka Yesuusiti amanullee qajeelaa akka taasiisuuf bara kanallee qajeellummaa akka mudhiisuuf.


Mootiin Saaleemiitii fi gadichi Rabbii gudda'aa maraa olii Malkatsaadiqiin kun hennaa Abrahaam mootota ajjeesee deebi'u isaan wol argeeti eebbiseen.


Abbaa fi haadha laakkoofsa hidda dhalootaallee hin qabu. Barrinii fi jireenni isaa jalqabaa fi dhuma hin qabu. Haata'uu ammoo akka Ilma Rabbii, baraa haga bara baraa gadaa ta'ee jiraata.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ