Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 7:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Mootiin Saaleemiitii fi gadichi Rabbii gudda'aa maraa olii Malkatsaadiqiin kun hennaa Abrahaam mootota ajjeesee deebi'u isaan wol argeeti eebbiseen.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

1 Malkeesadeeqii seedeqi nugusa Saalemiitii fi qeesicha Waaqa jiraata'aa ture, Malkeeseedeqiin kun'llee Abrahaam nugusota injifatee yeroo deebi'u, karaa irratti argamee jira ture.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

1 Malkasaadiq mootii Saaleemiitii fi gadicha guddaa Rabbii maraa olii ture; Malkasaadiqiin kun hennaa Abrahaam mootota ajjeesee deebi'u isa argee eebbiseen.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 7:1
17 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Achii Yesuus akka muudamaa malkasaadiqii baraa haga bara baraa ka hayyicha gadootaa ta'e, waan keennaaf firrisee seene.


laagaa gudda'aan iyyee, «Yesuus, Ilma Rabbii Ol'aana'aa! Maal narraa qabda? ani Rabbiin si wogee na hin rakkisin» jedheen.


Isiin nu faanaa deema'aa, «Namoonni karaa fayyiinsaa isinitti himan kunniin garboota Waaqa ol'aana'aa ti!» jedha'aa iyya'aa turte.


Isaafillee akkasuma Abrahaam waa maraa keessaa kurnaffaa kenneef hiikkaan maqaa isaa ka duraa, «Mootii qajeellumma'aa ti», akkasuma ka lammaffa'aa ammoo, «Mootii Saaleemiiti» jechuun «Mootii nagayaa» jechu'u.


Abbaa fi haadha laakkoofsa hidda dhalootaallee hin qabu. Barrinii fi jireenni isaa jalqabaa fi dhuma hin qabu. Haata'uu ammoo akka Ilma Rabbii, baraa haga bara baraa gadaa ta'ee jiraata.


Namichi hiddi dhaloota isaa Leewwii hin taane kun Abrahaamiin harkaa kudhan keessaa tokko fudhateera. Isa dubbii abdi'ii qabu eebbise.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ