Gara Ibirootaa 6:4 - WAADAA LAMMATAA4 Worra hennaa tokko ifti ifeefii kennaa sami'iillee worri mi'eeffatan Ayyaana Woyyuu irraa worri qoodaman. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Amantii isaanii namoonni waakkatan attamitti dhiifamaan gara Waaqaa titti deebisu'uuf danda'ama? Namoonni kunniin asiin durana ifin isaanii ifee ture, kennaa samii'llee dhandhamanii turan, Hafuura Qulqulluu woliin'llee qoodamtoota ta'anii turan, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Worra hennaa tokko ifti ifeef, worri kennaa sami'iillee mi'eeffatan, worri Ayyaana Woyyuu irraa qoodaman, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |