Gara Ibirootaa 5:1 - WAADAA LAMMATAA1 Gadichi guddichi maruu waan cubbu'uutiif ciinca'aaf kennaa dhiyeessu'uuf nama keessaa filamee waan Rabbii maraa irratti muudama. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Tokkoon tokkoon itti gaafatamaan qeesotaa namoota jiddu'uu filatamee dhimma Waaqaan woliin wolitti nama fiduuf bakka namootaa bu'anii kenna'aa fi kitimaa dhiyeessu'uuf, ni muudaman. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Bulchoonni gugurdaan gadootaa maruu namoota keessaa filamanii waan Rabbiitiif bikka namootaa kennaa ciincaa cubbu'uu dhiyeessu'uuf muudaman. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Kunillee fakkeenna waan ammaati. Akkanuma kenna'aa fi ciinca'aan hin dhiyaatan. Kunniinillee ka haga seerri haarawaa dhufutti ta'an, waan nyaataatii fi waan dhuddo'oollee waan dhiqachuu adda addaatiif ta'an, seera foonii callaa waan ta'aniif, ka kaddaamullee sammuu isaa sirima qulqulleessuu hin danda'an.