Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 4:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Hujiin isaa haga adunyaan uumamtee jalqabee yoo raawwatamellee, «Isaan hulee harabaafataa ta ani isaanii kenne sanitti sirimaa hin galan jedhee, aari'iin kakadheera» Akkuma jedhe nu worri amanne hulee harabaafataatitti hin galla.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Hujiin isaa yeroo biyyi lafaa uumamee jala qabee ka xumurame yoma ta'e'llee, «Gara bakka ani isaaniif kennu ka boqanna'aa titti, gonkumaa hin galan jedhee dallanssuu kiyyaan kakadhee jira» Akkuma jedhe amma'llee nu'u ka amannu, garasi gara bakka boqanna'aa ka Waaqinni nu'uuf kennuu ni galla,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Hujiin isaa haga adunyaan uumamtee jalqabee yoo raawwatamellee, «Isaan hulee hara baafataa ta ani isaanii kennee sanitti sirima hin galan jedhee aari'iin kakadheera» Akkuma jedhe nu worri amanne hulee hara baafataatitti hin galla.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 4:3
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Wonni raagaan, «Mammaakaan afaan saaqadha; uumamuu Adunya'aatii jalqabee waan dhokate dubbadha» ka jedhe kanaan raawwatame.


Worra mirga isaa jiraniin, mootichi akkana jedhaan, isin eebbifamtoota abbaa kiyyaa koottaa'a; Hennaa biyyi lafaa uumame irraa jalqabee jeennata isinii qophaaye dhaalaa'a.


Uduu adunyaan hin uumamne, afoo isaatitti woyyootaaf worra mudaa hin qabneef jaalalaan akka jiraannuuf karaa Kiristoosiitiin nu filate.


Akkasuma, ‹hulee harabaafata kiyyaa sirima hin galan! jedhee aari'iin kakadhe» jedhe.


Amantaa keenna ka duraa haga dhumaa cimsinee uduu eennee worra Kirstoosiin woliin jeennata Rabbii keessa jiraatu taaneerra.


Uduu akkana ta'ee, uumama adunya'aatii jalqabee hennaa hedduu silaa rakkinni Kiristoosiin irra gaya; amma ammoo dhuma adunya'aa irratti uf ciincaa godhu'uun cubbuu diigu'uuf hennaa tokko mudhateera.


Inni uduu biyyi lafaatuu hin uumaminiin dura beekkame. Haata'uu ammoo akka amantaan keessaniif abdiin keessan Rabbiin irra ta'u worra du'an keessaa isa kaasee ulfinna isaa kennetti waan amantaniif bara dhumaa irratti isinitti mudhate.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ