Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 2:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Nullee fayyinna guddaa akkanaa kana yoo lash itti jenne, attamiin jalaa baana. Kun dura waan Goofta'aan himamee tureef; worri dhagayanillee nuu cimsan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Eegaa nu'u fayyinna ol aanaa kana shilla ka jennu yoo taane attamitti jalaa baana ree? Fayyinna kana'llee jalqaba ka dubbate Gooftaa mataa isaati, isa irraa namoonni dhagayan'llee, kanuma nuuf mirkaneessanii jiran.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Nullee fayyinna guddaa akkanaa kana yoo lash itti jenne, attamiin jalaa baana? Kun dura waan Goofta'aan himamee tureef; worri dhagayanillee nuu cimsan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 2:3
42 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Isin bofa, ijoollee buuti'ii murtii asaabaa jalaa attamiin baatan?


Hennaa san irraa kaasee Yesuus, «Jeennanni sami'ii waan dhiyaatteertuuf, cubbuu irraa deebi'aa'a!» jedhee lallabuu jalaqabe.


Yohaannis dabarfamee haga kennameen maayii, Yesuus, «Barri dhume. Jeennanni Rabbii dhiyaateera; aagii galaa'a Oduu Nagayaatittillee amanaa'a.» jedha'aa Oduu Nagayaa ka jeennata Rabbii lallaba'aa gara Galiila'aa dhufe.


Bara durii irraa jalqabee afaan raattota woyyootaatiin akkuma dubbate, fiixaa Daawitii keessaan fayyisaa jabaa nuuf kaaseera.


Innillee, «Maal inni?» jedhee gaafate. Isaannillee akkana jedhaniin, «Waan Yesuusii nama Naazireetii, ka huji'ii fi dubbi'iin Rabbii fi gumii maraa biratti raagaa jabaa,


Isinillee akkasuma jalqabumarraa waan na woliin jiraataniif hin raddan» jedhe.


«Namoota Israa'elii dubbii kana dhagayaa'a! akkuma isinuu beettan Rabbi karaa Yesuusii Naazireeti'iitiin isin jiddu'utti baasaa fi maalale'een nama malkataan Rabbiin biraa isinitti mudhate.


Fayyinni karaa biraa karaa eennuutiinillee hin jiru, maqaan akka nu ittiin fayyinuuf kenname ka namoota fayyisu samii gaditti Yesuusiin malee, ka biraa hin jiru.»


Ati nama worra kana godhuti ka murteesitu sanuma waan gootuuf, murtee Rabbii jalaa waan baatu sitti fakkaataa?


Sababaa ogummaa Rabbiitiin adunyaan Rabbiin ogummaa ufiitiin waan hin beenneef lallaba gowwuma'aatitti worra amanan fayyisu'uuf fedhii Rabbii ta'eera.


Nagayaa fi fayyinna uduu jedhan hennaa san akkuma dubartiin ulfaa ciniinsifattu, badiin tasuma isaanitti dhufti. Sirima jalaa hin bayan.


«Cubbamtoota fayyisu'uuf Yesuus Kiristoos gara biyya lafaa dhufe» dubbiin jedhu amanama'aa fi ka martinuu fudhatuu barbaachisu. Cubbamtoota keessaa ijoon ana.


Badhaani Rabbii ka namoota maraa fayyisu mudhateera.


Rabbi duri irraa jalqabee akkaataa hedduuf karaa hedduun abboota teennaa fi Raattotaan dubbate.


Maleekkonni Rabbii maruu, ayyaana worra fayyinna dhaalan kana tajaajilu'uuf ergamanii mii?


Amma ammoo bara maayi'ii kanatti Ilma ufiitiin nutti dubbateera, Ilmi isaa kun ka inni akka waa maraa dhaalu godhee muudee fi ka inni ittiin adunyaa uume.


Ka dubbataaru san jalaa akka hin dinne uf eeggadhaa'a. Yoo worri lafatti itti himame didan jalaa hin baane ta'e, eegasuu ka sami'ii nutti dubbate irraa yoo fagaanne attamitti jalaa baana?


Eeganaa abdiin harabaafataa ta inni nuu kenne sanitti galu'uuf waadaan galu'uu ammallee waan banaa jiruuf isin keessaa eennullee carraa galu'uu akka hin dhabne uf haa eennuu.


Eeganaa eennullee ajajamuu didu'uun kufee akka hin hafne gara hulee harabaafanna'aa kana seenu'uf haa jabaannuu.


Haga kun maruu raawwatameen maayii, Rabbiin akka muudama Malkasaadiqii hayyicha gadootaa jedhamee waan waamameef, worra isaa ajajaman maraaf madda fayyinna bara baraa isaanii ta'e.


akkasuma Kiristoosillee ammoo cubbuu namoota hedduu baadhatu'uuf hennaa tokko haga ciincaa ta'een maayii, isaan fayyisu'uuf worra cubbuu malee isa eeggataniif lammaffaa deebi'ee isaanitti mudhata.


Waan dubbii jireennaa ka dura ture ka gurra keennaan dhageenne, ka ija keennaanillee arginee guuttannee laalle ka harka keennaanillee qaqqabne isinitti oddeessina.


Isin ammoo jaalatamtoota tiyya dubbii Gooftaa Yesuus Kiristoosii ka ergamtoonni dursanii dubbattan qaabadhaa'a.


Laagaa gudda'aan, «Fayyinni Waaqa keenna ka teessoo irra ta'ee fi ka hoolaa Rabbiiti» jedhan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ