Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 11:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Inni akka keessummaa biyya ormaa jiruutitti lafa isaaf waadaa galame san keessa amanta'aan jiraate. Akkuma worra isa woliin waadaa dhaalanii, akkuma Yaaqoobii fi Yisihaaqii dukkaanaa keessa akka galtu'uutitti jiraate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

9 Isa woliin dhaalttota dubbii abddi'ii ka ta'an Yishaaqii fi Yaaqoobiin woliin, biyya abddi'ii titti keessummaa ta'ee, dukkaana keessa ka jiraate amanti'iin.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Inni akka keessummaa biyya ormaa jiruutitti lafa isaaf waadaa galame san keessa amanti'iin jiraate. Akkuma worra isa woliin waadaa dhaalanii, akkuma Yaaqoobii fi Yisaaqii daasee keessa akka galtu'uutitti jiraate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 11:9
22 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Kanaafuu Rabbi dubbii abdi'ii worra dhaalaniif, yaada isaa akka hin jijjiiranne caalchiisee isaanitti mudhisuu waan barbaadeef,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ