Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 11:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Abrahaam gara ristii hin argatta jedhamee san biyya ufiitii bayee hulee dhaalaan argatu akka dhaqu hennaa waamame, gara dhaqu uduu hin beekin amanta'aan ajajame.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

8 Abrahaam bayee gara lafa qabiyyee taasisee fudhatuu akka deemuuf yeroo waamametti, yoma gara deemu beekuu dhabaate'llee, deemu'uuf ka ajajame amanti'iin.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

8 Abrahaam gara ristii hin argatta jedhamee san biyya ufiitii bayee hulee dhaalaan argatu akka dhaqu hennaa waamame, gara dhaqu uduu hin beekin amanti'iin ajajame.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 11:8
32 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Innillee ka'ee daa'imaa fi haadha qabatee, gara biyya Isira'eelii gale.


Isaa fi maqaa isaatiif worra Yihuudota hin taane maraa jiddu'utti akka ajajamuun amanti'iin ta'e argamu, badhaadhuma'aa fi ergamummaa fudhanne.


Haata'uu ammoo maruu dubbii gammachu'uutiif hin ajajamne. Isaayyaas, «Gooftaa keenna! Ragaa keenna eentu amane?» Waan jedhuuf.


Haata'uu ammoo dursitanii garboota cubbu'uu yoo taatan, barumsa kennamtaniitiif, qalbii teessan keessaa waan ajajamtaniif, cubbuu jalaa bilisa baatan.


Yaada namaallee ka beekkomsa Rabbii irratti kakka'u waan ol ka'e maraa hin diinna. Kiristoosiif ajajamu'uun sammuu maraa boojina.


Isaan amanta'aan mootummaa injifatan; qajeellummaa hojjatan, dubbii abdi'ii ka isaanii kenname argatan,


Haga kun maruu raawwatameen maayii, Rabbiin akka muudama Malkasaadiqii hayyicha gadootaa jedhamee waan waamameef, worra isaa ajajaman maraaf madda fayyinna bara baraa isaanii ta'e.


Dhuga'aaf ajajamma'aa jaalala obbolumma'aa ta uf tuullumma hin qabneen lubbuu teessan qulqulleessa'aa gara'aan jabeessa'aa wol jaaladhaa'a.


Akkasuma isin haawwota manaa! Abbaan manaa keessan gariin ka hin amanne yoo jiraatan akka isaan uduu womaa hin dubbanne amala haadha manaa ufiitii ajajaman akkasuma abbaa manaa keessaniif ajajamaa'a. Isaanillee qulqullinnaa fi sodaa jireenna keessan keessatti Rabbiif qabdan arganii akkasuma godhan.


Hennaan murtiin mana Rabbii keessaa jalqabu gayeera. Murtiin kun yoo ka nurraa jalqabu ta'e, worri Oduu Nagayaa ka Rabbiitii hin ajajamne dhumtii isaanii attam ta'inna?


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ