Gara Ibirootaa 11:5 - WAADAA LAMMATAA5 Heenook akka hin duune amaneeti amanta'aan gara sami'ii ol baye. Waan Rabbi ol isa fudhateef hin argamne. Uduu hin fudhatamne, Rabbiin akka gammachiise ragameeraaf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa5 Heenok duuti isa irra akka hin geenneef gara olii ka fudhatame amanti'iin, Waaqinni waan isa fudhateeniif'llee hin argaminne, uduu hin fudhataminiin duratti ammoo Waaqa akka gammachiise, rageefameefii jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Heenook akka hin duune amanee amanti'iin gara sami'ii ol baye. Waan Rabbi ol isa fudhateef hin argamne. Uduu hin fudhatamne, Rabbiin akka gammachiise ragameeraaf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Heenokiin yoo Aadamiin irraa jalqabnee laakkofne torbaffa'aa; waan cubbuu isaan godhan maraaf, «Gooftaan akka maraa irratti murteessu, waan worri hammeeyyiiniif cubbamoonni isa irratti dubbatan waan gar-jabeenna maraatiif cubbamootatti murteessu'uuf woyyoota shikitaa woliin dhufeera» jedhee isaanitti raaga dubbateera.