Gara Ibirootaa 11:3 - WAADAA LAMMATAA3 Akkuma adunyaan dubbii Rabbiitiin uumame, wonti mudhatu, waan mudhatu irraa akka hin taane amanta'aan hubanna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Biyyi lafaa dubbii Waaqaatiin akka uumame ka hubannu amanti'iin. Kanaaf wonitti mulidhatu marrinuu ka hin mulidhannee irraa akka hojjatame ni beekinna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Akkuma adunyaan dubbii Rabbiitiin uumame wonti mudhatu, waan mudhatu irraa akka hin taane amanti'iin hubanna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |