Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 10:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Kanaafuu hennaa gara adunya'aa dhufe, «Ati kenna'aa fi ciincaa hin jaalanne, nafa naa qopheessite.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

5 Kanaaf Kristos gara biyya lafaa yeroo dhufetti akkana ni jedhe, Kitima'aa fi kennaa Mana Waaqaatiif kennamu hin barbaadu, qaama garuu naaf ni qopheessite.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

5 Kanaafuu hennaa gara adunya'aa dhufe, «Ati kenna'aa fi ciincaa hin jaalanne, nafa naa qopheessite.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 10:5
26 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Maleekkaanillee deebisee akkana jedheen, «Ayyaanni Woyyuun sitti hin dhufa, hunni Rabbii Ol Aana'aallee si golga. Kanaafuu ka sirraa dhalatu Woyyuu Ilma Rabbii jedhama.


«Ka dhufu'uuf ta'u si'i moo ka biraa haa eennuu?» jedhee gara Yesuusii erge.


Jechi nama ta'e; Inni badhaadha, Ayyaanaa fi dhuga'aan guuttamee nu keessa bule. Nu'u ulfinna Ilmi tokkichi Abbaa ufii biraa qabuutitti, ulfinna isaa argine.


Haata'uu ammoo, barri murtayee sun hennaa gaye, Rabbi ilma ufii ka dubartii irraa dhalate, ka Seeraa gad ta'e erge.


Dhossaan Rabbiin fakkachu'uu mamii malee gudda'a; «Ka Fooniin mudhate, Ka Ayyaanaan qajeelaa ta'e, Ka Ergamtootatti mudhate, ka banii Yihuudii hin taanee lallabame, Ka biyya lafaa keessatti amaname, Ka ulfinnaan ol baye.»


Akkasuma hennaa hangafa gara adunya'aa erge, «Maleekkoonni Rabbii maruu isaa haa sagadanii» jedha.


Akka fedha Rabbiitiin nu foon Yesuus Kiristoosii ka hennaa tokko ciincaa ta'ee kennameen woyyuu taaneerra.


Hennaa san kunoo anillee, akkuma wonti kiyya Kitaaba maramu keessatti barreeffame, Waaqa kiyya, ani fedha kee raawwatu'uuf dhufeera› jedheen» jedha.


Kana irratti kenna'aa fi ciincaa gubatu maraa ciincaa sababaa cubbu'uutiif dhiyaatullee hin jaalanne. Isattillee hin gammanne jedhe. Kunniin waan akka seeraatitti dhiyaatan.


Eegannaa ijoolleen isaa worra foonii fi dhiiga qaban waan ta'aniif, innillee akkasuma ka du'a irratti baallii qabu daabiloosiin akka diigu, worra jireenna isaanii maraan waan sodaa du'aatiif garbumma'aa jalatti hidhaman maraa bilisa baasu'uuf akkuma isaanii nama ta'e.


Innillee hennaa lafa tana irra jiru laagaa gudda'aaf imimmaaniin faate'ee fi kaawwanii kadhachu'uun gara Waaqa isa hambisuu danda'uutitti dhiyeesse. Gadi uf qabee waan ajajameef Rabbi kadhaa isaa dhagayeef.


Hayyoonni gadootaa maruu, kenna'aa fi ciincaa dhiyeessu'uuf muudaman. Kanaafillee akkasuma waan dhiyeessu qabaachuun giddi'i.


Cubbuu irraa duunee, qajeellumma'aaf akka jiraannu, Kiristoos cubbuu keenna nafa ufiitiin fannoo irratti baadhate. Isin tumama madaa isaatiin fayyitaniirtan.


Dogoggorsitoonni baayi'een gara adunyaa tanaa seenaniiru. Isaanillee worra Yesuus Kiristoos fooniin akka dhalate hin amanne. Inni kun dogoggorsa'aaf ka Kiristoosiin mormu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ