Gara Ibirootaa 10:4 - WAADAA LAMMATAA4 Dhiinni kormaatii fi dhiinni re'iinii cubbuu balleessuu hin dandeenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Dhiiginni mirgoole'eetii fi re'iinii cubbuu dhabamisiisu'uuf hin danda'u. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Dhiinni kormaatii fi ka re'iinii cubbuu balleessuu hin dandeenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Kunillee fakkeenna waan ammaati. Akkanuma kenna'aa fi ciinca'aan hin dhiyaatan. Kunniinillee ka haga seerri haarawaa dhufutti ta'an, waan nyaataatii fi waan dhuddo'oollee waan dhiqachuu adda addaatiif ta'an, seera foonii callaa waan ta'aniif, ka kaddaamullee sammuu isaa sirima qulqulleessuu hin danda'an.