Gara Ibirootaa 10:2 - WAADAA LAMMATAA2 Akkana uduu ta'u dhabaatee worri kaddaaman hennaa tokko qulqullaayanii achiin maayii sammuu isaaniitiin cubbuu waan hin beenneef silaa ciincaa dhiyyeessuu hin dhiisanii? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 Seerri muda maleessota isaan taasisu'uuf uduu ka dandda'uutii namoonni Waaqeffanna'aaf dhiyaatan haala irra deebii hin qabnneen, cubbuu irraa waan qulqullaayanii fi cubbuun'llee akka isaanitti hin sammuu isaanii titti isaanitti waan beekkamuuf, kitimaa dhiyeessuu ni dhiisan ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Akkana uduu ta'uu dhabaatee worri waaqeffatan hennaa tokko qulqullaayanii achiin maayii sammuu isaaniitiin cubbuu waan hin beenneef silaa ciincaa dhiyeessuu hin dhiisanii? အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |