Gara Ibirootaa 10:1 - WAADAA LAMMATAA1 Seerri waan mishaa dhufu saniif gaaddiddu'u malee, bifa dhugaa isaatii miti. Kanaafuu wogga wogga'aan hennaa maraa ciincaa dhiyaatu sirimaa guutuu taasisuu hin danda'u. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Seerri ufi durana waan dhufu misha'aaf fakkeenna (gaaddisa) malee bifa isaa ka dhuga'aa hin turre, kanaaf woggama wogga'aan yeroo maraa ka kitimaawwan qabatanii gara Waaqaa namoota dhiyaatan, muda maleessota isaan taasisu'uuf gonkumaa hin danda'u. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Seerri waan mishaa dhufu saniif gaaddiddu'u malee bifa dhugaa isaatii miti. Kanaafuu wogga wogga'aan hennaa maraa ciincaa dhiyaatu sirima guutuu taasisuu hin danda'u. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |