Ergaa Yihudaa 1:9 - WAADAA LAMMATAA9 Mikaa'el bulchaan Maleekkotaa ammoo hennaa waan reeffa Muuse'eetiif daabiloosiin wol morme, «Gooftaan si haa teeddeeffatu» jedheen malee, dubbii arrabaa dubbatuu hin uggine. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Itti gaafatamaan maleyikkootaa Mikaa'el'llee waayee reeffa Muse'eetiif sheexanaan woliin yeroo mormmetti, «Gooftaan sitti haa baanatu!» jedheen malee, jecha arrabaa itti hin dubbanne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Mikaa'el bulchaan Maleekkotaa ammo hennaa waan reeffa Muuse'eetiif daabiloosiin wol morme, «Gooftaan si haa teedeffatu» jedheen malee dubbii arrabaa dubbatuu hin uggine. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |