Ergaa Yihudaa 1:8 - WAADAA LAMMATAA8 Haala kanaan namoonni kunniin eebjuu eebjatan nafa ufii batteessa'aa baallii Rabbii hin tuffatan. Worra ulfinna qabullee hin arrabsan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa8 Akkuma kana namoonni kunniin eebjjuu isaaniitiin eemarama'aa foon isaanii ni batteessan, aangoo qabeeyyi'iif'llee hin ajajaman, sami'itti ulfinna worra qaban'llee ni arrabissan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Haala kanaan namoonni kunniin eebjuu eebjotan nafa ufii batteessa'aa baallii Rabbii hin tuffatan. Worra ulfinna qabullee hin arrabsan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |