Ergaa Yihudaa 1:20 - WAADAA LAMMATAA20 Isin ammoo jaalaloota tiyya, amantaa keessan ka waa maraa caalaa qulqulluu ta'een uf ijaaru'uuf jabaata'aa Ayyaana woyyu'uun faateffadhaa'a! အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa20 Isin garuu yaa waaheloota, maraa olitti amantii keessan ka Qulqulluu ta'eef mataa keessan ijaaru'uuf hisadhaa, Hafuura Qulqullu'uun'llee himnna isiniif ni kadhadhaa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu20 Isin ammo jaalalloota tiyya! amantii keessan ka waa maraa caalaa qulqulluu ta'een uf ijaaru'uuf jabaata'aa Ayyaana woyyu'uun Rabbiin kadhadhaa'a! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |