Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Ergaa Yihudaa 1:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Worri kun worra gargar isin qooduuf worra Ayyaana woyyuu hin qabne.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

19 Isaan'llee nama ka addaan fooyan, hawwii foonii ka horddofan, Hafuura Qulqulluu namoota hin qabnne.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

19 Worri kun worra gargar isin qooduuf worra Ayyaana woyyuu hin qabne.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Ergaa Yihudaa 1:19
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Isin ammoo Ayyaanni Rabbii yoo isin keessa jiraate, Ayyaanaan malee, fooniin hin jiraattan; Ayyaana Kiristoosi ka hin qabne ammoo fira isaatii miti.


Nama akka umameen jiruu, wonti Ayyaana Rabbii waan gowwummaa ta'eef hin fudhatu; dubbiin Ayyaanaa waan Ayyaana Rabbiitiin qoramuuf namni foonii beeku hin danda'u.


Moo nafa keessan ka Rabbiin irraa fudhattan ka isin irra jiru mana woyyuu Ayyaana Woyyu'uu akka ta'e hin beettanii? Gati'iin waan bitamtaniirtaniif isin ufiifii miti. Kanaafuu nafa keessaniin Rabbiin kabajjaa'a.


Akkuma kaawwan biratti baratame, wolgeettii keennallee akka hin dhiifne, woliin haa mari'annuu malee, guyyaa dhufa Goofta'aa qaabata'aa ta qaraa caalaa kana godhaa'a.


Ogummaan akkasii sun ka lafaati, ka fooniiti, ka seexanaati malee ka samii irraa dhufuu miti.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ