Ergaa Yihudaa 1:13 - WAADAA LAMMATAA13 Akka hoomacha dambalii bisaaniitiin hoomachaawuuti; isaan akka urjii tuuttota huleen dukkana bara baraa isaanii qophaayeeti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa13 Hoomacha gocha isaanii saalifachiisa'aa ka dafiqqan, isaan akka danbalii garba ciisa'aa dallaneeti, dukkantti jimiin bara baraaf akka isaan eeggatuu fi akka urjjiiwwan raanttayaniiti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu13 Akka hoomacha dambalii bisaaniitiin hoomachaawuuti; isaan akka urjii tuuttota huleen dukkana bara baraa isaanii qophaayeeti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |