Ergaa Yihudaa 1:12 - WAADAA LAMMATAA12 Kunniin waamsa jaalalaa keessanitti yoo isin woliin waamaman, waamsa jaalalaa san xureessan. Isaan tissema ufii uf sooran. Isaan akka duumessa rooba hin qabnee, ka qilleensaan oofamuu, akka midhaan hennaa daraaree gawutti ija hin godhanne, akka muka gogee hiddaan buqqa'ee, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa12 Namoonni kunniin saalifata malee wiriqachu'uun tokkumma'aan afeerrii irratti yoo argaman gufuu isaanitti ni ta'an, isaan ka yaadan waayee mataa isaanii qofa, akka waan bubbe'een dhiibamanii isaan akka duumessa rooba hin qabnne ka bubbe'een dhiibamuuti. Ji'umaa firi'ii tittuu akka muka firiin irratti hin argaminne, akka muka jalaan buqqifameetii fi isaan akka muka yeroo lama du'eeti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu12 Kunniin waamsa jaalalaa keessanitti yoo isin woliin waamaman, waamsa jaalalaa san xureessan. Akkasuma isaan tissee ufuma callaa soortu. Isaan akka duumessa rooba hin qabnee ka qilleensaan oofamuu, akka midhaan hennaa daraaree gawutti ija hin godhanne, akka muka gogee hiddaan buqqa'ee, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |