Ergaa Yaaqoob 5:9 - WAADAA LAMMATAA9 Obboleeyyan tiyya! Akka isinitti hin murtoofneef wolitti hin gururi'inaa'a! Kunoo abbaan murti'ii balbala afoo dhaabateera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Yaa obboleeyyan! Isin irratti'llee akka hin murtteeffamnneef ufii keessan wolitti hin wocinaa, kunoo murtteessan yeroon itti dhufu gayee jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Obboleeyyan tiyya! Akka isinitti hin murtoofneef wolitti hin gururi'inaa'a! Kunoo abbaan murti'ii balbala afoo dhaabateera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |