Ergaa Yaaqoob 5:12 - WAADAA LAMMATAA12 Obboleeyyan tiyya, waamaraa dura ardi'ii fi sami'itti waan biraallee yoo ta'e womaanuu hin kakatinaa'a! Haata'uu ammoo murtii jalatti akka hin kufne dubbiin keessan ee yoo ta'e, «Ee» jedhaa'a; wa'a yoo ta'e, «Wa'a» jedhaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa12 Yaa obboleeyyan! waan maraa olitti sami'iin yookiin arddi'iin yookiin waan bira'aa womaanuu hin kakanna, haasofnni keessan eetii yoo ta'e dhugamaanuu eetii haa ta'u, mitii yoo ta'e'llee dhugamaan mitii haa ta'u, akkana ta'uu yoo dhabaate garuu isinitti ni muritteeffama. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu12 Obboleeyyan tiyya! waa maraa dura ardi'ii fi sami'iin waan biraatiinillee yoo ta'e womaanuu hin kakatinaa'a! Haa ta'uu ammo akka murtii jalatti hin kufne dubbiin keessan yoo ee ta'e, «Ee» jedhaa'a; yoo wa'aa ta'e, «Wa'a» jedhaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |