Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Ergaa Yaaqoob 5:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Obboleeyyan tiyya, raattota maqaa Goofta'aatiin dubbatanii turan san, akka fakkeenna rakkinna obsu'uutitti laalaa'a!

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

10 Yaa obboleeyyan, maqaa Goofta'aatiin nabiyyoonni dubbatan rakkinna obissaan fudhachu'uun, fakkeenna ta'uu isaanii beekaa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

10 Obboleeyyan tiyya! raattota maqaa Goofta'aatiin dubbatanii turan san akka fakkeenna rakkinna obsu'uutitti laalaa'a!

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Ergaa Yaaqoob 5:10
19 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

«Yerusaaleem, Yerusaaleem! Ati raattota ka ajjeeftu, worra gara kee ergamanillee ka dhakaan tumtu! Akkuma lukkuun ilmoolee ufii koola ufii jalatti wolitti qabbattu, anillee ijoollee kee wolitti qabu'uuf hennaa meeqa barbaade, isin ammo hin diddan.


samii irratti gatiin keessan guddaa waan ta'eef gammada'aa buburraaqaa'a. Abbootiin keessanillee raattota irratti akkasuma godha'aa waan turaniif.


Rabbillee duri irraa jalqabee afaan raattota woyyu'uutiin waan dubbate maraa haga bara wonti maruu haarawoomuutitti ol samii irra turuu barbaachisa.


Raattota keessaa namni abbootiin keessan itti ka'anii hin ariine eennu? worra dhufa woyyichaa firrisanii dubbatan ajjeesaniiru. Worri karaa Maleekkotaatiin seera fudhatanii fayyadamuu hin eenne. Isinillee amma dabarsitanii isa kennitan hin ajjeeftaniinillee.»


Worra ijoo dubbii Rabbii isinitti himan yaadadhaa'a. Waan jireenna isaanii keessatti argame laalaa'a; amanta'aan isaan fakkaadhaa'a.


Obboleeyyan tiyya! Wol hin hamatinaa'a! Ka obboleessa ufii hamatuu fi ka obboleessa ufiititti murteessu seera hamata. Seerattillee hin murteessa. Yoo seeratti murteessite, ati murteessa'a malee, nama seera hujii irra oolchuu miti.


Isin keessaa namni rakkoon irra gaye eennullee yoo jiraate inni haa kadhatuu. Ka gammade eennullee yoo jiraate inni haa faarsuu.


Eegasuu obboleeyyan tiyya, haga Gooftaan dhufuuf obsaa'a. Qotee bulaan haga rooba duraatiif ka maayessaa argatuuf obsa'aa daraaraa lafaa kabajjamaa eeggata.


Obboleeyyan tiyya! Akka isinitti hin murtoofneef wolitti hin gururi'inaa'a! Kunoo abbaan murti'ii balbala afoo dhaabateera.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ