Ergaa Yaaqoob 4:8 - WAADAA LAMMATAA8 Gara Rabbii dhiyaadhaa'a, innillee gara keessan dhiyaataa. Isin cubbamoota harka keessan qulqulleessaa'a. Isinillee worri yaada lama qabdan garaa keessan qulqulleessaa'a အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa8 Gara Waaqaa dhiyaadhaa, inni'llee gara keessan ni dhiyaata, isin yaa cubbamoota! harka keessan qulqulleessaa, isinii hoola! onnee teessan qulqulleessaa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Gara Rabbii dhiyaadhaa'a, innillee gara keessan dhiyaataa. Isin cubbamtoota harka keessan qulqulleessaa'a. Isinillee worri yaada lama qabdan garaa keessan qulqulleessaa'a အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |