Ergaa Yaaqoob 4:6 - WAADAA LAMMATAA6 Badhaadha guddisee kenna; kanaafuu Rabbi worra uf jajuun hin morma; worra kaso'oo fi ammo badhaadha isaanii kenna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa6 Ta'u''llee kitaabnni, «Waaqinni ufi tuulttota ni morma, gara laafeyyi'iif garuu kennaa isaa ka bilisaa ni kenna» waan jedhuuf, kennaan bilisaa ka Waaqinni kennu, maraa ni caala. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Badhaadha guddisee kenna; kanaafuu Rabbi worra uf jajuun hin morma; worra kaso'oo ammo badhaadha kenna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |