Ergaa Yaaqoob 4:4 - WAADAA LAMMATAA4 Seebartoota adunyaa jaalachuun Rabbiin wol loluu akka ta'e, hin beettanii? Eegasuu ka biyya lafaatiin goshoo ta'uu fedhu maruu diina Rabbii ta'eera. Namni jaalalloo adunya'aa ta'u maruu diina Rabbii ta'eera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Isin ganttoota nana! Biyya lafaa ka jaalatu diina Waaqaa ta'uu isaa hin beekittanii moo? eegaa ka biyya lafaa jaalatu marrinuu diina Waaqaa ta'uu isaati. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Seebartoota adunya'aa jaalachuun Rabbiin wol loluu akka ta'e hin beettanii? Eegasuu ka biyya lafaatiin goshoo ta'uu fedhu maruu diina Rabbii ta'eera. Namni jaalalloo adunya'aa ta'u maruu diina Rabbii ta'eera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |